Oduu Harrayya: Gaazexesitootni 2 Fedhinaa Isaanitiin Hojjii OMN Gad Dhissan

OMN /Oromo media network/ ega hundeyfame hogaa tokko kabajudhaaf guyyotta muraasaa qofa haaffef, haatahu garuu median kuni rakkoo adda addaa qabaachaa turullee median kuni kan OMN-Journalistsqabenya ummata Oromoti kan dhaabatedha, hatahu garuu gazexesitootni 2 rakko tokko malee fedhinaa isaanitiin hojjii isaani Gurraandhala 28, 2015 gad lakkisani jiran.
Gaazexesitoota kunis
1 ffaa Bafqaadu Moradaa (Jornalist)
2 ffaa Dr. Birhanu Dirbaaba (OMN Head of Editorial Board)
Kanaan duraas gaazexesitootni 2 arrihamun isaani ni yaaddatama.